Biyyoonni Awurooppaa lama, Sarbiyaafi Kirooshiyaan, karoora fakkii kalaqaa beekamaa Nikoolaa Teslaa saantiima biyya ofiisaaniirratti baafachuun kabajuuf jedhamerratti lola keessa galan. Sababiin ammoo ...
"Halkan meeshaa buna danfisu osoon hojjedhuu dhoohinsi uummamee mana maatii koo qorqoorroo 29 ol ta'e gube" jedha dargaggoo Eliyaas Yirdaaw. Kalaqaa fi qorannoo hawaatiif yeroo ijoollummaa isaarraa ...